Truecaller is one of the applications owned by True Software Scandinavia AB. Kanaaf kuno guyya har’a kana App Truecaller jedhamu kana isa haaraa Update ta’e GOLD PREMIUM namni kamu akka itti fayyadamuuf as website keenya irrati qabanne dhufnee jia! namooni barbaadan App truecaller website kana irraa download godhachu ni dandeessu.Īppin Truecaller kun gosa lama 2 jira innis kan playstore irra tolan argannu fi isa gold jedhamu wanti hundi isa sirnaan kan dalaguuf beeksisa tokkolee kan offiraa hin qabne dha kanaaf namooni APP kana barbaadan hundi orjinala isaa website keenya irraa bufachu ni dandeessu isiniin jenna galatomaa. Appin Truecaller malii? appin kun hojilee ajaa’iba bilbila keenya gargaran heddu isaa akka argannu kan godhudha keessuma Yeroo nama waliin bilbila haasofnu wantoota bayyee gochuuf nu dandeesisa FKN Yoo namni silkii nu dawwalee eenyumaa nama sana hin beeknu ta’e abbaa sana maqa a isa fi eessa akka nutti bilbile salpatti nuuf himu ni danda’a, Bilbila haasofnu kamu RECORD gochu nu dandeessisa, Silkii soba kan qarshii bilbila keenya keessa fudhachuu yalaan nurraa dhorkuu ni danda’a, dabalatas free call fi online chat fayyadamu akka dandeenyu kan godhudha.
0 Comments
Leave a Reply. |
AuthorWrite something about yourself. No need to be fancy, just an overview. ArchivesCategories |